-
Izraa 2:68, 69Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
68 Isaan mana Yihowaa isa Yerusaalem keessatti argamu bira yommuu gaʼan, dura buutonni manneen abbootii tokko tokko manicha idduma isaa duriitti+ deebisanii ijaaruuf* mana Waaqa dhugaatiif kennaa fedhiidhaan kennamu+ ni kennan. 69 Isaan akka humna isaaniitti hojichi akka ittiin hojjetamuuf warqii diraakmaa* 61,000 fi meetii miinaa* 5,000, akkasumas uffata lubootaa 100 mana qabeenyaatiif ni kennan.+
-