2 Seenaa Baraa 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis Solomoon Yerusaalem keessatti, Gaara Mooriyaa+ isa Yihowaan abbaa isaa Daawititti itti mulʼatee ture,+ jechuunis iddoo Daawit bakka oobdii Ornaan+ Yebuusichaa irratti qopheesse irratti mana Yihowaa ijaaruu jalqabe.+
3 Achiis Solomoon Yerusaalem keessatti, Gaara Mooriyaa+ isa Yihowaan abbaa isaa Daawititti itti mulʼatee ture,+ jechuunis iddoo Daawit bakka oobdii Ornaan+ Yebuusichaa irratti qopheesse irratti mana Yihowaa ijaaruu jalqabe.+