LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Magaalonni andaara gosa Yihudaa warri kallattii kibbaatiin gara daangaa Edoomitti+ argaman kanneen kana dha: Qaabzeʼel, Edeer, Yaagur,

  • Iyyaasuu 15:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Siqlaag,+ Maadmaanaa, Saansaanaa,

  • Iyyaasuu 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis carraan inni lammaffaan+ Simiʼooniif, jechuunis gosa Simiʼooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhaalli isaaniis dhaala Yihudaa gidduutti argama ture.+

  • Iyyaasuu 19:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Siqlaag,+ Beet Maarkaaboot, Hazaar Suusaa,

  • 1 Saamuʼel 27:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis Daawit Akiishiin, “Ani si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, achi akkan jiraadhuuf magaalota baadiyyaa keessatti iddoo tokko naaf kenni. Ani tajaajilaan kee magaalaa mootii keessa sii wajjin maaliifan jiraadha?” jedhe. 6 Kanaafuu, Akiish guyyaa sanatti Siqlaagiin+ isaaf ni kenne. Siqlaag hanga guyyaa harʼaatti kan mootota Yihudaa kan taate kanaafi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi