LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 4:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Diinonni Yihudaa fi Biiniyaam+ namoonni boojuudhaa deebiʼan+ Yihowaa Waaqa Israaʼeliif mana qulqullummaa ijaaraa akka jiran yommuu dhagaʼan, 2 yeruma sana Zarubaabelii fi dura buutota manneen abbootiitti dhihaatanii, “Nutis isinii wajjin haa ijaarru; nuti akkuma keessan Waaqa keessan+ waaqeffanna;* akkasumas bara Eesaar Hadoon+ mootii Asoor isa as nu fide+ irraa jalqabee isaaf aarsaa dhiheessaa turreerra” isaaniin jedhan. 3 Haa taʼu malee, Zarubaabel, Yeshuwaanii fi dura buutonni manneen abbootii Israaʼel kaan, “Akkuma Qiiros mootiin Faarsi nu ajajetti,+ Yihowaa Waaqa Israaʼeliif mana kan ijaaru nu qofa waan taʼeef, isin mana Waaqa keenyaa ijaaruu irratti nuu wajjin qooda hin qabdan”+ isaaniin jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi