-
Nahimiyaa 2:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Saanbaalaax Hooronichi, Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni abbaa taayitaa* taʼee fi Geeshem Arabichi+ yommuu kana dhagaʼan nutti qoosuu+ fi nu tuffachuu jalqaban; akkasumas, “Maal gochaa jirtu? Mooticha irratti fincilaa jirtuu?”+ nuun jedhan. 20 Ani garuu, “Milkaaʼina kan nuuf kennu Waaqa samiiwwanii ti;+ nuti tajaajiltoonni isaas kaanee ni ijaarra; isin garuu Yerusaalem keessatti qooda yookiin mirga yookiin yaadannoo* hin qabdan”+ jedheen isaaniif deebise.
-