Asteer 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kana booda Ahaashweros Mootichi Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagichaaf+ iddoo guddaa ni kenne; bulchitoota warra isaa wajjin turan kaan hundumaa caalaas aangoo guddaa isaaf ni kenne.+ Asteer 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti mootichi qubeellaa chaappaa isaa harka isaa irraa baasee,+ Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagicha+ isa diina Yihudootaa taʼetti kenne.
3 Kana booda Ahaashweros Mootichi Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagichaaf+ iddoo guddaa ni kenne; bulchitoota warra isaa wajjin turan kaan hundumaa caalaas aangoo guddaa isaaf ni kenne.+
10 Yeroo kanatti mootichi qubeellaa chaappaa isaa harka isaa irraa baasee,+ Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagicha+ isa diina Yihudootaa taʼetti kenne.