LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis Yihowaan biyyoo+ lafaa irraa nama tolchee hafuura jireenyaa funyaan isaatti baafate;+ innis nama* jiraataa taʼe.+

  • Isaayyaas 45:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Isa Uumaa isaa* morkatuuf* wayyoo!

      Sababiin isaas, inni qiraacii,

      Qiraaciiwwan caccaboo lafa irratti gataman kaan gidduu jiru dha.

      Supheen Suphe Dhooftuudhaan,* “Maal tolchaa jirta?” jechuu qabaa?+

      Yookiin wanti ati tolchite, “Inni harka hin qabu” jechuu qabaa?*

  • Isaayyaas 64:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Amma garuu yaa Yihowaa, ati Abbaa keenya.+

      Nuti suphee dha, ati immoo Suphe Dhooftuu* dha;+

      Hundi keenya hojii harka keetii ti.

  • Roomaa 9:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Namni suphee dhaʼu tokko, dhoqqee suphee tokko irraa qodaa tokko hojii ulfinaatiif, qodaa isa tokko immoo hojii ulfina hin qabneef tolchuuf suphee sana irratti aangoo hin qabuu?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi