LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 16:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Isaanis adda isaaniitiin lafatti gombifamanii, “Waaqa hafuura nama* hundumaa kan taate yaa Waaqayyo,+ cubbuu nama tokkootiin kan kaʼe guutummaa yaaʼichaa irratti ni dheekkamtaa?”+ jedhan.

  • Faarfannaa 104:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Hafuura kee yoo ergite, ni uumamu,+

      Atis irra lafaa ni haaressita.

  • Lallaba 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis biyyoon gara lafaatti,+ bakkuma duraan turetti deebiʼa; hafuurris* gara Waaqa dhugaa isa hafuuricha namootaaf kennetti deebiʼa.+

  • Hisqiʼel 18:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kunoo, lubbuun* hundi kan koo ti. Akkuma lubbuun abbaa kan koo taʼe, lubbuun ilmaas kan koo ti. Lubbuun* cubbuu hojjetu ni duʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi