Faarfannaa 109:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani arrabsoo isaaniitiif saaxilameera.+ Yommuu na argan mataa isaanii raasu.+ Maatewos 27:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Namoonni achiin darbanis isa arrabsu turan;+ mataa isaanii raasaniis,+