Faarfannaa 119:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Si irratti cubbuu akkan hin hojjenneef,+Garaa koo keessatti dubbii keetiif bakka guddaa nan kenna.+ Faarfannaa 119:127 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 127 Warqii caalaa, warqii gaarii* irra illeeAjajawwan kee kanan jaalladhu kanaafi.+ Ermiyaas 15:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Dubbiin kee ni argame, anis nan nyaadhe;+Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa, maqaa keetiin waanan waamameef,Dubbiin kee wanta garaa kootiif gammachuu fi ililcha argamsiisu naaf taʼeera.
11 Si irratti cubbuu akkan hin hojjenneef,+Garaa koo keessatti dubbii keetiif bakka guddaa nan kenna.+
16 Dubbiin kee ni argame, anis nan nyaadhe;+Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa, maqaa keetiin waanan waamameef,Dubbiin kee wanta garaa kootiif gammachuu fi ililcha argamsiisu naaf taʼeera.