LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 19:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yihowaa sodaachuun+ taliila,* bara baraaf jiraata.

      Murtiiwwan Yihowaa dhugaa dha, guutummaatti qajeeloo dha.+

      10 Isaan warqii caalaa,

      Warqii gaarii* hedduu caalaas gatii guddaa qabu;+

      Damma caalaa, nadhii dammaa dhaaba dammaa keessaa coccophu caalaas ni miʼaawu.+

  • Faarfannaa 119:72
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  72 Warqii fi meetii hedduu caalaa+

      Seerri ati labsite anaaf gaarii dha.+

  • Fakkeenya 3:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namni ogummaa argatu,+

      Namni hubannaa qabus gammadaa dha;

      14 Ogummaa argachuun meetii argachuu irra,

      Akka buʼaatti ishii argachuunis warqii argachuu irra wayya.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi