LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 109:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sababiin isaas, inni gaarummaa* argisiisuu hin yaadanne,+

      Kanaa mannaa isa ajjeesuuf jedhee,+

      Nama cunqurfame, hiyyeessaa fi nama garaan isaa cabe* hordofuu isaa itti fufe.+

  • Fakkeenya 22:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Namni qabeenya isaa baayʼifachuuf hiyyeessa gowwoomsu,+

      Akkasumas namni sooressaaf kennaa kennu

      Ni hiyyooma.

  • Isaayyaas 10:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warra dambiiwwan miidhaa geessisan baasaniif,+

      Warra yeroo hundumaa labsiiwwan nama cunqursan qopheessaniif wayyoo!

       2 Isaan kana kan godhan, dhimma seeraa hiyyeeyyii dabsuuf,

      Namoota rakkatoo saba koo gidduutti argaman haqa dhowwachuuf,+

      Qabeenya dubartoota abbaan manaa irra duʼee boojiʼuuf,

      Akkasumas ijoollee abbaa hin qabne* saamuufi.+

  • Yaaqoob 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi