LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 11:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Isa hamaa dura kiyyoo ni kaaʼa;*

      Ibidda, dinyii+ fi bubbee waxalus isaan irratti ni roobsa.

  • Lallaba 8:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namni hamaan garuu Waaqayyoon waan hin sodaanneef, isaaf gaarii hin taʼu;+ umurii isaa isa akka gaaddidduu taʼes hin dheereffatu.+

  • Miilkiyaas 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Ani murtiidhaaf gara keessan nan dhufa; falfaltoota,+ ejjitoota, namoota sobaan kakatan,+ namoota warra mindeessanii hojjechiisan,+ dubartii abbaan manaa irraa duʼee fi mucaa abbaa hin qabne* gowwoomsan,+ akkasumas warra namoota biyya ormaa gargaaruu didan*+ irratti dafee ragaa nan baʼa. Isaan kun na hin sodaanne” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi