Keessa Deebii 24:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Murtii nama biyya ormaa yookiin mucaa abbaa hin qabnee* hin jalʼisin;+ uffata dubartii abbaan manaa irraa duʼee liqiidhaaf qabsiisa gootee hin fudhatin.+ Isaayyaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+Isa nama cunqursu sirreessaa,Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+ Yaaqoob 1:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Akka ilaalcha Waaqaa fi Abbaa keenyaatti waaqeffannaan* qulqulluunii fi xurii hin qabne, ijoollee warra hin qabnee+ fi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan+ rakkina isaanii irratti gargaaruu,+ akkasumas xurii addunyaa irraa of eeguu dha.+
17 “Murtii nama biyya ormaa yookiin mucaa abbaa hin qabnee* hin jalʼisin;+ uffata dubartii abbaan manaa irraa duʼee liqiidhaaf qabsiisa gootee hin fudhatin.+
17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+Isa nama cunqursu sirreessaa,Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+
27 Akka ilaalcha Waaqaa fi Abbaa keenyaatti waaqeffannaan* qulqulluunii fi xurii hin qabne, ijoollee warra hin qabnee+ fi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan+ rakkina isaanii irratti gargaaruu,+ akkasumas xurii addunyaa irraa of eeguu dha.+