-
Lallaba 8:2-4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Ani akkanan jedha: “Waaqayyo duratti kakaa waan kakatteef,+ ajaja mootii eegi.+ 3 Fuula isaa duraa deemuuf hin ariifatin.+ Wanta hamaa taʼe kam iyyuu cinaa hin dhaabbatin;+ sababiin isaas, inni wanta barbaade gochuu dandaʼa; 4 dubbiin mootii utuu hin raawwatamin hin hafu;+ eenyutu, ‘Maal gochaa jirta?’ isaan jechuu dandaʼa?”
-