-
1 Mootota 2:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Ammas Yihowaa isa jiraataa, isa akkuma waadaa galetti jabeessee na dhaabe,+ teessoo abbaa koo Daawit irra na kaaʼee fi mana naaf ijaareen*+ nan kakadha, Adoniyaan harʼa ni ajjeefama.”+ 25 Solomoon Mootichis yeruma sana Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa ni erge; innis gad baʼee Adoniyaa rukutee* isa ajjeese.
-