LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 33:16-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Gurra isaanii ni bana,+

      Qajeelfama isaas isaan hubachiisa,*

      17 Kanas kan godhu, dogoggora irraa nama deebisuuf,+

      Boonuu irraas nama eeguufi.+

      18 Waaqayyo lubbuu* isaa boolla* irraa,+

      Jireenya isaas goraadeedhaan* baduu irraa ni oolcha.

  • Isaayyaas 1:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Fedhii yoo qabaattan, yoo dhageessanis,

      Wantoota gaggaarii biyyattii keessaa argaman ni nyaattu.+

      20 Yoo diddanii fi yoo finciltan garuu,

      Goraadeen isin nyaata;+

      Sababiin isaas, kana kan dubbate afaan Yihowaa ti.”

  • Roomaa 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 haa taʼu malee, warra morkii jaallatanii fi warra dhugaadhaaf ajajamuu didanii jalʼinaaf ajajaman irratti dheekkamsii fi aariin isaa ni dhufa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi