LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Guyyaa sadaffaattis ganama kakawwee fi bakakkaan ni taʼe; gaaricha irrattis duumessi cimaan jira ture;+ sagaleen xurumbaa guddaanis ni dhagaʼame; namoonni buufaticha keessa jiran hundis hollachuu jalqaban.+

  • Baʼuu 19:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Sagaleen xurumbaa sanaa ittuma dabalaa yeroo deemutti Museen ni dubbata ture; sagaleen Waaqa dhugaas isaaf ni deebisa ture.

  • 1 Mootota 19:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Inni garuu, “Baʼiitii Yihowaa dura gaaricha irra dhaabbadhu” isaan jedhe. Yeroo kanatti Yihowaan achiin darbaa+ ture; bubbeen guddaanii fi cimaan Yihowaa duratti gaarota babbaqaqsaa fi qarsaawwan caccabsaa ture;+ Yihowaan garuu bubbee sana keessa hin turre. Bubbee sana booda immoo kirkirri lafaa ni taʼe;+ Yihowaan garuu kirkira lafaa sana keessa hin turre.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi