LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 31:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yeroo inni karra magaalaa+ irratti gargaarsa koo barbaadetti*

      Harka koo daaʼima warri jalaa duʼan irratti aboottadheera yoon taʼe,+

      22 Harki* koo gateettii koo irraa haa buqqaʼu,

      Ciqilee koo irrattis* haa cabu.

  • Miilkiyaas 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Ani murtiidhaaf gara keessan nan dhufa; falfaltoota,+ ejjitoota, namoota sobaan kakatan,+ namoota warra mindeessanii hojjechiisan,+ dubartii abbaan manaa irraa duʼee fi mucaa abbaa hin qabne* gowwoomsan,+ akkasumas warra namoota biyya ormaa gargaaruu didan*+ irratti dafee ragaa nan baʼa. Isaan kun na hin sodaanne” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi