Faarfannaa 103:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni duʼu garuu umuriin isaa akkuma kan margaa ti;+Inni akka abaaboo dirree keessaatti ni daraara.+ 16 Yommuu bubbeen bubbisu garuu,Akkuma waan achi hin turreetti ni bada.* Faarfannaa 146:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Hafuurri isaa ni baʼa, innis gara biyyootti ni deebiʼa;+Guyyuma sanatti yaanni isaa ni bada.+ Lallaba 9:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban.
15 Namni duʼu garuu umuriin isaa akkuma kan margaa ti;+Inni akka abaaboo dirree keessaatti ni daraara.+ 16 Yommuu bubbeen bubbisu garuu,Akkuma waan achi hin turreetti ni bada.*
5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban.