Faarfannaa 7:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Haqa isaatiif Yihowaa nan jajadha;+Maqaa Yihowaa Isa Hundaa Oliitiif+ faarfannaa galataa nan faarfadha.*+ Faarfannaa 52:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ati tarkaanfii waan fudhatteef, ani bara baraaf sin jajadha;+Kun gaarii waan taʼeef, warra siif amanamoo taʼan durattiMaqaa kee nan abdadha.+
17 Haqa isaatiif Yihowaa nan jajadha;+Maqaa Yihowaa Isa Hundaa Oliitiif+ faarfannaa galataa nan faarfadha.*+
9 Ati tarkaanfii waan fudhatteef, ani bara baraaf sin jajadha;+Kun gaarii waan taʼeef, warra siif amanamoo taʼan durattiMaqaa kee nan abdadha.+