-
Uumama 12:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Abraam hamma naannoo Sheekem+ isa mukeetii guguddaa Mooree+ biratti argamu bira gaʼutti, biyyattii keessa ni deeme. Yeroo sanatti Kanaʼaanonni biyyattii keessa jiru turan. 7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare.
-