LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 13:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 sululicha* keessatti immoo Beet Kaaraam, Beet Nimraa,+ Suukootii+ fi Zaafon yeroo taʼu, daangaan isaa Yordaanos taʼee fiixee gadii Galaana Kinereet*+ isa Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argamu irraa jalqabee bulchiinsa Sihoon mootii Heshboon+ isa hafe kan dabalatu dha. 28 Kun magaalotaa fi gandeen isaanii wajjin akka maatii maatii isaaniitti dhaala Gaadotaa ture.

  • Faarfannaa 108:7-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Waaqayyo qulqullummaa isaatiin* akkana jedhee dubbateera:

      “Ani nan gammada, Sheekemiin dhaalaan nan kenna,+

      Sulula* Suukootis safaree nan kenna.+

       8 Akkuma Minaaseen kan koo taʼe, Giiliyaadis+ kan koo ti,

      Efreem baarmeexaa sibiilaa* mataa kootii ti;+

      Yihudaan ulee* koo ti.+

       9 Moʼaab miʼa dhiqannaa koo ti.+

      Edoom irratti kophee koo nan darbadha.+

      Filisxeem irrattis miira injifannootiin nan iyya.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi