6 Waaqayyo qulqullummaa isaatiin akkana jedhee dubbateera:
“Ani nan gammada, Sheekemiin dhaalaan nan kenna,+
Sulula Suukootis safaree nan kenna.+
7 Akkuma Minaaseen kan koo taʼe, Giiliyaadis kan koo ti,+
Efreem baarmeexaa sibiilaa mataa kootii ti;
Yihudaan ulee koo ti.+
8 Moʼaab miʼa dhiqannaa koo ti.+
Edoom irratti kophee koo nan darbadha.+
Filisxeem irrattis miira injifannootiin nan iyya.”+