1 Saamuʼel 17:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa. Faarfannaa 18:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+ Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+ Fakkeenya 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maqaan Yihowaa masaraa cimaa dha.+ Namni qajeelaan achitti fiigee eegumsa argata.*+
45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa.
2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+ Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+