Faarfannaa 18:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Inni mootii isaatiif gochawwan fayyinaa* guguddaa ni raawwata;+Isa dibe sanatti,Daawitii fi sanyii isaatti bara baraaf+ jaalala amanamaa ni argisiisa.+ Faarfannaa 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yaa Yihowaa, jabina keetiin mootichi ni gammada;+Inni gochawwan fayyinaa keetti baayʼee gammada!+ Faarfannaa 21:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni jireenya si kadhate,Atis jireenya dheeraa,* eeyyee, jireenya bara baraa isaaf ni kennite.+
50 Inni mootii isaatiif gochawwan fayyinaa* guguddaa ni raawwata;+Isa dibe sanatti,Daawitii fi sanyii isaatti bara baraaf+ jaalala amanamaa ni argisiisa.+