LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 40:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa Yihowaa, gara laafina kee na hin dhowwatin.

      Jaalalli kee inni amanamaanii fi dhugaan kee yeroo hundumaa na haa eegan.+

  • Faarfannaa 143:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Jaalala kee isa amanamaadhaan diinota koo balleessi;*+

      Tajaajilaa kee waanan taʼeef,+

      Warra na* miidhan hundumaa balleessi.+

  • Fakkeenya 20:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan mootii ni eegu;+

      Jaalala amanamaadhaanis teessoo isaa ni tursa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi