Faarfannaa 61:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Umurii* mootichaa ni dheeressita,+Umuriin isaa dhalootaa hamma dhalootaatti ni taʼa. 7 Inni bara baraaf Waaqayyo dura teessoo irra taaʼa;*+Akka isa eeganiif, jaalala amanamaa fi amanamummaa isaaf ajaji.*+
6 Umurii* mootichaa ni dheeressita,+Umuriin isaa dhalootaa hamma dhalootaatti ni taʼa. 7 Inni bara baraaf Waaqayyo dura teessoo irra taaʼa;*+Akka isa eeganiif, jaalala amanamaa fi amanamummaa isaaf ajaji.*+