- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 9:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Yeroo kanatti Saaʼol akkana jedhee deebise: “Ani nama gosa Biiniyaam, isa gosoota Israaʼel hundumaa irra xinnaatu sanaa mitii?+ Maatiin koo hoo maatiiwwan gosa Biiniyaam hundumaa irra kan gad aanu mitii? Maarree maaliif wanta akkanaa natti dubbatta?”
 
 -