LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 45:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yihowaan akkana jedha:

      “Buʼaan* Gibxii, miini daldalaa* Itoophiyaa fi namoonni Saabaa warri dhedheeroo taʼan,

      Gara kee dhufanii kan kee ni taʼu.

      Isaan funcaadhaan hidhamanii si duuba ni deemu.

      Dhufaniis siif ni sagadu.+

      Isaan kadhannaadhaan, ‘Dhugumaan Waaqayyo sii wajjin jira,+

      Isa malee kan biraan hin jiru; Waaqni kan biraanis hin jiru’ siin jedhu.”

  • Isaayyaas 60:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yeroo sanatti ati kana argitee ni gammadda,+

      Onneen kee ni dhaʼata, baayʼees ni gammada,

      Sababiin isaas, qabeenyi galaanaa gara keetti ni fidama;

      Badhaadhinni sabootaas gara kee ni dhufa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi