LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Akkasumas koonyaawwan hundumaa fi magaalota hundumaa bakka labsiin mootichaa fi seerri isaa gaʼe hundumaatti Yihudoonni baayʼee gammadan, akkasumas affeerraa fi ayyaana ni qopheeffatan. Namoonni biyya sanaa hedduun Yihudoota waan sodaataniif, isaanis Yihudii taʼan.+

  • Isaayyaas 14:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yihowaan Yaaqoobitti gara laafina ni argisiisa;+ deebiʼees Israaʼeliin ni filata.+ Inni biyya isaanii keessa isaan qubachiisa;*+ namoonni biyya ormaas isaanii wajjin ni taʼu, mana Yaaqoobittis ni maxxanu.+ 2 Namoonni kunis fudhatanii gara biyya ofii isaaniitti isaan geessu; manni Israaʼel biyya Yihowaa keessatti tajaajiltoota dhiiraa fi tajaajiltoota durbaa godhanii isaan ni dhaalu;+ warra isaan boojiʼanii turan sana ni boojiʼu; warra dirqisiisanii isaan hojjechiisaa turanis* toʼannaa jala ni galfatu.

  • Isaayyaas 49:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Mootonni eegdota siif ni taʼu,+

      Ijoolleen durbaa isaaniis guddiftoota kee ni taʼu.

      Isaan lafatti gombifamanii siif ni sagadu,+

      Awwaara miila keetiis ni arraabu,+

      Atis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatta;

      Warri na abdatan hin qaanaʼan.”+

  • Isaayyaas 60:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ilmaan warra si cunqursan sanaa dhufanii si duratti ni sagadu;

      Warri si salphisan hundis miila kee jalatti ni sagadu,

      Xiyoon ishii magaalaa Isa Qulqulluu kan Israaʼel,

      Magaalaa Yihowaa jedhanii si waamu.+

  • Isaayyaas 61:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 “Warri ormaa kaʼanii bushaayeewwan keessan ni tiksu,

      Namoonni biyya ormaas+ warra isiniif qotanii fi maasii wayinii keessan keessatti hojjetan ni taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi