-
2 Saamuʼel 12:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ammas haadha manaa Uuriyaa fudhattee haadha manaa godhachuudhaan waan na tuffatteef, matumaa goraadeen mana kee irraa hin deebiʼu.’+ 11 Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani manuma kee keessaa rakkina sitti nan fida;+ ijuma kee duratti haadhotii manaa kee fuudhee nama kan biraatiif nan kenna;+ innis guyyuma saafaa* haadhotii manaa kee wajjin ni ciisa.+
-