Faarfannaa 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Atis ulee sibiilaa mootiitiin isaan caccabsita,+Akka qiraaciittis isaan hurreessita.”+ Faarfannaa 110:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera.
110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera.