LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 73:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Sababiin isaas, nagaa hamoonni qaban yommuun argu,+

      Warra of tuulanitti* hinaafeen ture.

  • Faarfannaa 73:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Waaqayyo akkamitti beeka?+

      Inni Hundaa Olii dhuguma beekumsa qabaa?” jedhu.

  • Faarfannaa 94:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yaa Yihowaa, hamoonni hamma yoomiitti,

      Hamma yoomiitti gammaduu isaanii itti fufu?+

  • Faarfannaa 94:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isaan, “Yaah hin argu;+

      Waaqni Yaaqoob kana hin hubatu” jedhu.+

  • Hisqiʼel 8:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Innis akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, wanta jaarsoliin mana Israaʼel tokkoon tokkoon isaanii dukkana keessatti, kutaawwan warra gara keessaa, bakka waaqoliin tolfamoo isaanii kaaʼamanitti raawwachaa jiran ni argitaa? Isaan, ‘Yihowaan nu hin argu. Yihowaan biyyattii dhiiseera’ jedhu.”+

  • Hisqiʼel 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Innis akkana naan jedhe: “Balleessaan mana Israaʼelii fi mana Yihudaa baayʼee, baayʼee guddaa dha.+ Biyyattiin dhiiga dhangalaasuudhaan,+ magaalattiinis hamminaan guutamteetti.+ Sababiin isaas isaan, ‘Yihowaan biyyattii dhiiseera, akkasumas Yihowaan hin argu’ jedhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi