LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Haa taʼu malee, ati lubbuudhaan akka jiraattu kanan godhe, humna koo sitti argisiisuuf, akkasumas maqaan koo guutummaa lafaa irratti akka labsamu gochuufi.+

  • Isaayyaas 52:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan saboota hundumaa duratti irree isaa mulʼiseera;+

      Guutummaan andaara lafaas gochawwan fayyinaa* Waaqni keenya raawwatu ni argu.+

  • Daaniʼel 3:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kanaafuu, ani uummanni, sabni yookiin namoonni qooqa garaa garaa dubbatan kam iyyuu Waaqa Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo irratti wanta sirrii hin taane yoo dubbatan qaamni isaanii akka kukkutamu, manni isaaniis mana boolii uummataa* akka taʼu ajajeera; sababiin isaas, waaqni akkasitti oolchuu dandaʼu kan biraan hin jiru.”+

  • Daaniʼel 6:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Namoonni bulchiinsa mootummaa koo jala jiran hundi Waaqa Daaniʼel duratti sodaadhaan akka romʼan ajaja kenneera.+ Sababiin isaas, inni Waaqa jiraataa bara baraaf jiraatu dha. Mootummaan isaa matumaa hin balleeffamu; bulchiinsi* isaas kan bara baraa ti.+ 27 Inni ni oolcha,+ ni fayyisas; samii keessattis taʼe lafa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan ni raawwata;+ inni harka leencotaa irraa Daaniʼeliin oolcheera.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi