LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 17:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kunoo, ani achitti qarsaa isa Horeeb keessatti argamu irratti si dura nan dhaabbadha. Qarsaa sana rukuti; bishaanis achi keessaa ni baʼa; sabichis ni dhuga.”+ Museenis jaarsolii Israaʼel duratti akkanuma godhe.

  • Lakkoofsa 20:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Museen harka isaa ol kaasee ulee isaatiin kattaa sana siʼa lama rukute; bishaan baayʼeenis yaaʼuu jalqabe; sabichii fi horiiwwan isaaniis dhuguu jalqaban.+

  • Faarfannaa 105:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Qarsaa ni bane, bishaanis ni yaaʼe;+

      Bishaanichi lafa onaa keessa akka lagaatti ni yaaʼe.+

  • Isaayyaas 48:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yommuu inni gammoojjii keessa isaan geeggeessaa turetti isaan hin dheebonne.+

      Qarsaa keessaa bishaan akka isaaniif burqu ni godhe;

      Qarsaa baqaqsees bishaan akka dhangalaʼu ni godhe.”+

  • 1 Qorontos 10:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 hundi isaanii bishaan hafuuraa tokko irraa dhugan.+ Sababiin isaas, isaan kattaa hafuuraa isaan duukaa deemu sana irraa dhugu turan; kattaan sun Kiristoosiin argisiisa.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi