Faarfannaa 74:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 74 Yaa Waaqayyo, bara baraaf maaliif nu gatte?+ Aariin kee hoo hoolota iddoo dheedichaa keetii irratti maaliif bobaʼa?*+ Faarfannaa 95:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni Waaqa keenya dha,Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota kunuunsa isaa jala jirru dha.*+ Harʼa sagalee isaa yoo dhageessan,+ Faarfannaa 100:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+ Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+ Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+
74 Yaa Waaqayyo, bara baraaf maaliif nu gatte?+ Aariin kee hoo hoolota iddoo dheedichaa keetii irratti maaliif bobaʼa?*+
7 Inni Waaqa keenya dha,Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota kunuunsa isaa jala jirru dha.*+ Harʼa sagalee isaa yoo dhageessan,+ Faarfannaa 100:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+ Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+ Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+
3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+ Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+ Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+