-
Baʼuu 1:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Kanaan kan kaʼes, warri Gibxii Israaʼelota garbummaa jala galchan; hojii cimaa akka hojjetanis isaan dirqisiisan.+ 14 Dhoqqee suphee isaan bukeessisuudhaan, xuubii hojjechiisuudhaan, hojii garbummaa hundumaas maasii keessatti isaan hojjechiisuudhaan, hojii cimaadhaan jireenya isaanii isaanitti hadheessan. Eeyyee, isaan hojii garbummaa hundumaatiin haala rakkisaa taʼe keessatti akka dhamaʼan godhan.+
-