-
Iyyoob 17:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Dhiphina irraa kan kaʼe ijji koo dadhabeera,+
Harkii fi miilli koos akkuma gaaddidduu taʼeera.
-
-
Faarfannaa 42:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Imimmaan koo halkanii fi guyyaa nyaata koo taʼeera;
Namoonni guyyaa guutuu, “Waaqni kee eessa jira?”+ jedhanii natti qoosu.
-
-
Faaruu Ermiyaas 3:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 Ijji koo yeroo hundumaa utuu wal irraa hin kutin booʼa,+
-