LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 36:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+

      Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+

  • Faarfannaa 51:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+

      Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+

  • Faarfannaa 63:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Jaalalli kee inni amanamaan jireenya irra waan wayyuuf,+

      Afaan koo ulfina siif ni kenna.+

  • Faarfannaa 85:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yaa Yihowaa, jaalala kee isa amanamaa nutti argisiisi,+

      Fayyinas nuuf kenni.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi