LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 71:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yaa Waaqayyo, yeroon dulloomuu fi yeroon harrii baasutti illee na hin dhiisin.+

      Waaʼee humna* keetii dhaloota itti aanutti,

      Waaʼee guddina keetiis warra gara fuulduraatti dhufan hundumaatti nan hima.+

  • Fakkeenya 16:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Daandii qajeelummaa irra deemuudhaan yommuu argamu+

      Harriin gonfoo miidhaginaa* ti.+

  • Isaayyaas 40:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Warri Yihowaa abdatan garuu, humni isaanii ni haareffama.

      Isaan akkuma risaatti qoochoodhaan ol ni baʼu.+

      Ni fiigu, hin bututan;

      Ni deemu, hin dadhaban.”+

  • Isaayyaas 46:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Hamma dulloomtanitti ani isuma sana;+

      Hamma harrii baastanittis isinan baadha.

      Akkuman kanaan dura godhetti, isinan baadha, isinan dandaʼa, isinan oolchas.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi