25 Wanti wal fakkaatu nama qajeelaa fi nama hamaa irra akka gaʼuuf, nama qajeelaa nama hamaa wajjin ajjeesuudhaan tarkaanfii akkanaa matumaa hin fudhattu!+ Kun wanta hin yaadamne dha.+ Abbaan murtii guutummaa lafaa wanta sirrii taʼe hin raawwatuu ree?”+