LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 119:71
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  71 Dambiiwwan kee akkan baradhuuf,

      Rakkina keessa darbuun koo anaaf gaarii dha.+

  • Fakkeenya 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa ilma koo, adaba Yihowaa hin didin,+

      Sirreeffama isaas hin jibbin.+

  • 1 Qorontos 11:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Haa taʼu malee, yommuu nutti murteeffamu, nuti addunyaa wajjin akka hin yakkamneef,+ Yihowaan*+ nu adabaa jira jechuu dha.

  • Ibroota 12:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kana malees, isa akka ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: “Yaa ilma koo, adaba Yihowaa* akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin; 6 Yihowaan* warra jaallatu ni adaba, nama akka ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.”*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi