LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 112:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Inni nama qajeelaadhaaf akkuma ibsaa dukkana keessaa ifuutti ni ibsa.+

      ח [Heet]

      Inni gara laafessa,* araara qabeessaa+ fi qajeelaa dha.

  • Fakkeenya 4:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Daandiin qajeelotaa garuu akkuma ifa ganamaa isa akka gaariitti ifuu ti;

      Hamma akka ifa saafaa taʼuttis ifni isaa ittuma dabalaa deema.+

  • Isaayyaas 30:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ifni addeessa guutuu akkuma ifa aduu ni taʼa; guyyaa Yihowaan caba saba isaa hidhuttii+ fi madaa cimaa rukuttaa isaatiin isaanitti dhufe fayyisutti,+ ifni aduu akkuma ifa guyyaa torbaatti dachaa torba cimaa ni taʼa.+

  • Miikiyaas 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ani cubbuu waanan isa irratti hojjedheef,+

      Hamma inni dhimma koo irratti naaf falmuttii fi haqa naaf argamsiisutti

      Dheekkamsa Yihowaa nan baadha.

      Inni gara ifaatti na baasa;

      Anis qajeelummaa isaa nan ilaala.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi