Faarfannaa 15:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yaa Yihowaa, keessummummaadhaan dunkaana kee keessatti kan simatamu eenyu? Gaara kee isa qulqulluu irra kan jiraatu hoo eenyu?+ 2 Nama balleessaa malee* deddeebiʼu,+Nama wanta sirrii taʼe raawwatu,+Akkasumas nama garaa isaatti dhugaa dubbatu.+ Isaayyaas 64:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ati warra gammachuudhaan wanta sirrii taʼe raawwatan,+Warra si yaadatanii fi daandiiwwan kee hordofanii wajjin wal argiteetta. Kunoo, yeroo nuti cubbuu hojjechuu keenya itti fufnetti, ati ni dheekkamte,+Nuti yeroo dheeraadhaaf akkana goone. Maarree, amma ooluu qabnaa?
15 Yaa Yihowaa, keessummummaadhaan dunkaana kee keessatti kan simatamu eenyu? Gaara kee isa qulqulluu irra kan jiraatu hoo eenyu?+ 2 Nama balleessaa malee* deddeebiʼu,+Nama wanta sirrii taʼe raawwatu,+Akkasumas nama garaa isaatti dhugaa dubbatu.+
5 Ati warra gammachuudhaan wanta sirrii taʼe raawwatan,+Warra si yaadatanii fi daandiiwwan kee hordofanii wajjin wal argiteetta. Kunoo, yeroo nuti cubbuu hojjechuu keenya itti fufnetti, ati ni dheekkamte,+Nuti yeroo dheeraadhaaf akkana goone. Maarree, amma ooluu qabnaa?