Isaayyaas 1:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Magaalaan amanamtuu turte+ akkam sagaagaltuu taate!+ Ishii keessa haqni guutee ture;+Qajeelummaan ishii keessa jiraata ture,+Amma garuu warra nama ajjeesantu ishii keessa jiraata.+ Isaayyaas 63:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan garuu fincila kaasanii+ hafuura isaa isa qulqulluu gaddisiisan.+ Innis diina isaanii ni taʼe,+Akkasumas isaan ni lole.+
21 Magaalaan amanamtuu turte+ akkam sagaagaltuu taate!+ Ishii keessa haqni guutee ture;+Qajeelummaan ishii keessa jiraata ture,+Amma garuu warra nama ajjeesantu ishii keessa jiraata.+
10 Isaan garuu fincila kaasanii+ hafuura isaa isa qulqulluu gaddisiisan.+ Innis diina isaanii ni taʼe,+Akkasumas isaan ni lole.+