Faarfannaa 106:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Inni yeroo baayʼee isaan ni oolche,+Isaan garuu ni fincilu, ajajamuu ni didu,+Balleessaa isaaniitiin kan kaʼes ni salphatu turan.+ Faaruu Ermiyaas 3:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 “Nuti yakkineerra, fincilleerras,+ atis dhiifama hin goone.+
43 Inni yeroo baayʼee isaan ni oolche,+Isaan garuu ni fincilu, ajajamuu ni didu,+Balleessaa isaaniitiin kan kaʼes ni salphatu turan.+