LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 7:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Inni si jaallata, si eebbisa, si baayʼisas. Eeyyee, inni biyya siif kennuuf abbootii keetiif kakate keessatti+ ijoollee hedduu siif kennuudhaan,*+ oomisha lafa keetiitiin, oomisha midhaan keetiitiin, oomisha wayinii haaraa keetiitiin, oomisha zayitii keetiitiin,+ jabbilee horii keetii fi ilmoolee bushaayee* keetiitiin si eebbisa. 14 Ati saboota hundumaa caalaa kan eebbifamte taata;+ si gidduutti dhiirri yookiin dubartiin dhala hin qabaanne hin jiraatu; horiin kees maseena hin taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi