LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni fayyina waan naaf taʼeef, Yaah* jabina koo fi guddina koo ti.+

      Inni Waaqa koo ti, isa nan jajadha;+ Waaqa abbaa kootii ti,+ ol isa nan qaba.+

  • Faarfannaa 18:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+

      Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;

      Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+

  • Isaayyaas 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+

      Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+

      Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,

      Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi