LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 51:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+

      Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+

  • Faarfannaa 90:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Umurii keenya hundumaatti akka ililchinuu fi akka gammannuuf,+

      Ganama jaalala kee isa amanamaadhaan nu quubsi.+

  • Faarfannaa 119:76
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  76 Akka ana tajaajilaa keetiif waadaa galtetti,*

      Maaloo, jaalalli kee inni amanamaan+ na haa jajjabeessu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi